Waaqeffannaa ?

Waaqeffannaan maalii?
Faarfannaan qamaa waaqeffannaa keessaa isaa tokkodha.
Waaqeffannaan gosa garagaratu jira. Isaan keessaa
waaqeffannaa afuraa
Waaqeffannaa fonnitti
Hiikaa waaqeffannaa?
Hojiiwwaan afuraa kan namooni waaqayyoo hojatan kallattidha waaqayyoof dhiyaatudha .
Kunis hojii afuraa ilalchaan ,gochaan ibsamu malee hojiin afuraa akka waarraa kani miti .

 Waaqeffannaa yoo jenu?

Faarfannaa qofa miti…
Waaqeffannaan um 1/26
Waaqeffannaa abbomamu abbomama turedha.
Hiikan waaqeffannaa inni dhugaan kabajaaf jaalalaa irraa hafaa waaqayyoof qabachudha.

Waaqeffannaa dhugaa jechuun
idoon nuti jireenyaa keenyaa keessaati qabnuf sadarkaa nuti jireenyaa keenyaa keessaati waaqayyoof keenyuudha.
akkasumas waaqeffannaa gocha jaalalaa fi araraa gooftaa keenyaa Iyesus fannoo irraati du’uun du’aa nu oolchee yaadachuf kan tasifnudha.
Sagalee waaqayyoo dhaggefatani abbomamuun waaqeffannaadha. waaqayyoo kan waaqeffannuf maalif
waaqayyoo kophaasaa waaqa waan ta’eef waaqeffannaa nurraa barbadaa.
Farf 96 5/9
waaqayyoo waan nu umeef guddumaa isaaf waaqeffannaa waaqeffannaan sabaf waaqayyoo walitti hidha.
waaqeffannaan yeroo galateefannati.
Waaqeffannaan baraa kakuu mofaa keessaa akkataa lamaan ture arsaa gubamun kan dhiyaatudha
faarfannaadha kan faarfatamudha .
yesus garaa biyyaa lafaa yeroo dhufeeti abboomii bakka lamaati qodee
1) waaqayyoo umaa kee garaa kee guttu jireenyaa kee guttu jaaladhu jedhe
2)nama akka mataa keeti jaaladhu jedhe
Irb 12/28
Jechii waaqeffannaa jedhu kuni malii?
kan inni dhufee jechaa afaan irbootan ( abadii) jedhurraa
jechaa afaan girikiin (laateriyaa) jedhurra
Kakuu mofaa keessaati (shachaa) jedhamun arginaa .
Kakuu haraa keessaati moo piroskiniyo jedhamun argina .
Jechii kuni maacafaa Kakuu haraa keessaati yeroo 60 ol barefametu arginaa. Maltuu waaqeffannaa kan jedhu
Waaqeffannaan akkata waaqayyoof barbadamen dhiyesu jechudha.
karaa bira moo waaqayyoon caalifnee waaqesauu osoo hin tanee garumaaf arjumaa irraati hundofneeti.
Abadii fi laateriyaa hikkaa isaan of keessaa qaban
waaqayyoon kabajuu
waaqayyoof jilbifachuu
waaqayyoof weeddisuu
guddumaa waaqayyoo beeksisuu fi abboomii waaqayyoo rawaachu of keessaa qabu .
waaqayyoo waaqa waan ta’eef dhalaa namarraa waaqeffannaa barbadaa
rom 12/1
Kanaf waanti nuti guyyaa guyyaati gonu waaqayyoo waaqefachu keenyaa ibsa.
1ffaa qor 10/31
waaqeffannaan bakka deemnu/hojanuti gonu beekne waan gonu hundaati kan waaqefamuudha.
ke/deb 13/4
Faarfannaa
Faarfannaan malii ?
farf 119/54
farf 119/105
ser/ kes/ debi 31/19,22
Faarfannaan dagaa sagalee waaqayyoo keessaati qophaa’uu fi faarfatamu qaba.
faarfannaan jecha tokkon xumurama.
Walin makuu hin qabnu.
Qabiyee sagalee waaqayyoo faarfannaa keessaati laluu qabna.
Faarfannaan bara baran itti fufaa

Waaqeffannaan waaqumaa waaqayyoo mirkaneessaa .
1) mirkanessuu jechuni mali?
waan namati himamee guraan dhagan tokko hojiin arguu/ isaa hojirraa olfamee jechudha .
Enyuumtu kan waaqayyoon argee hin jiru. Inii hojidhan mulaate malee/ hojii isaan beeku dandenyaa
2) waaqeffannaan waaqayyoon tajajiluudha .
waaqayyoon tajajjilluu jechun waaqayyoof hojachuu, isaaf bitamuu, isaaf jiraachu, isaa dukkaa bu’uu jechudha.
Waan inni nu umef isaa jaala owaachu
Irboota 12/ 28,29
Jechi waaqeffannaa jedhu afaan irbootaa fi jechoota giirikii gara garaa irraa kan hikamee yoo ta’uu yoo xiqate hikkaa lamaa hin qaba
1) waaqayyoon kabajuu
2) isaa tajajiilluu
mat 4/10
seexaani malif ifaatamee?
waaqayyoo gooftichaa qofaf sagadii isaa qofafis hojadhu jedhuf.
Kanaf waaqeffannaan waaqayyoo duwwaaf kan maludha.
Abbaan waaqeffannaa, abbaan tajajilaa waaqayyoodha.
3) keennaa waaqayyoof keennuudha
yab 1/17,18
A) abboo dachee kanarraati dhalaa namaaf keennee
B) nama garuu harkaa isaatin umee
C) akka bifaaf fakkeenyaa waaqayyooti umamne
2ffaa seena baraa 29/14
Faarfannaan waaqayyootu namaaf keennaa.
Waantumaa waaqayyoo nuuf keennee waaqayyoon waaqeffannaa.

faarfannaan qamaa waaqeffannaa keessaa isaa tokko.
Faarfannaan sagalee waaqayyoon kan badhadhee yoo ta’uu batee inii faarfannaa miti.

Faarfannaan tokko kan faarfannaadha jedhamu
Yoo sagalee waaqayyoon badhadhef jireenyaa namaa faarfatu sana walin ta’uu qaba fkn nama waaqayyoof jiraatu ta’uu qaba .
Namni faarfatu of egannoo gochu qaba.
faarfannaan nama kamuf hin keennama
Akka waaqayyoon waaqefatuf jechudha .
Faarfannaan nuti faarfanu dubbii sagalee waaqayyoon cufinee bareessuu/ faarfachu nurraa jira.
Sababin isaa sabni bayyeen nu waalin faarfatu waan ta’eef ergaan faarfannaa sana keessaa jiru waaqayyoo akka gudduma isaa ibsu ta’uu qaba.
waaqayyoo jalqabuma yeroo nama umee miraa muziqaa walin umee akka inii waaqayyoo waaqeffatuf.
kes/debi 31/19,22
Kes/debi 12 gutumaa isaa
faarfannaan guddumaa waaqayyoo beeksisaa
Warraa karaa waaqayyoo irraa kataan ifaataa/ akka isaan qalbii jijjiratan tasisaa.

Hubadhu!
1)faarfannaan dubbiin waaqayyoo akkata itti jiraatan barsisuu qofa osoo hin tane humna jiraachisu danda’uu of keessaa qaba
2) faarfannaan dubbii sagalee waaqayyoo keessaati egamee bareefamu fi qopha’u /faarfatamuu qaba.
3) faarfannaan sadhataa dubbi sagalee waaqayyoon qopha’u qaba
4) faarfannaan dubbi waaqayyoo keessaati nama waaqayyoo ta’aani jiraachu qabu.
5) namooni faarfannaa bareessaani fi faarfataan kan waaqayyoof bulan/ jiraatan miti yoo ta’ee faarfannaa jechun hin danda’amu.
6) nama dubbi waaqayyoo sirritti hin beeknef waantoni faarfannaa ta’aanif hedduudha.
7) faarfatooni haalotaa osoo hin tane isaa hundumaa gararaa jiru waaqayyoon faarfachu qabu .
8) faarfannaa keessaa ol bahee caalaqisee kan mulachu qabu dubbii sagalee waaqayyooti.
9) haala hundumaa keessaati waaqayyoon mulisuu qaba

Dogonggorraa jiruf Dhifamaa guddaa jedha Eebbifamaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *