NAMA JIJJIIRAMA FIDU! Ajaa’iba dubbisaa

Kunnis jira ammaa dhumaati dubbisii Wi-Fi password isa hin beekne tokko argachuuf app kana bufaadha Itti fayyadami link isa bareefama kana jalaa

↪️NAMA JIJJIIRAMA FIDU!
➲ Namni jijjiirama fidu nama mul’ata guddinaa qabuu fi kallattii milkaa’inaatti namoota waamu akkasumas duuka buutota isaa kunuunsee gaarummaadhaan akka ta’utti kan gaggeessu dha.

➲️ Nama mul’ata hin qabne jechuun nama kallattii adeemuuf ka’e cinaa dhaabatee karaan itti bitaacha’e, haala fi mala wallaalee dhaabatuudha.

↪️MUL’ANNI MAALI?
⁃️ Ilaalcha gaarii qabaachuu dha.
⁃️ Xiyyeeffannoo qajeelaa qabaachuu dha.
⁃️ Murteessanii kutannoodhaan adeemuu dha.
⁃️ Bakka yookiin iddoo har’a jiran irra dhaabatanii lafa boru gahuu qaban arguu dha.

Hubadhu!
↪️ Namoonni tokko tokko waan hin barbaachifne mul’ata kooti jedhanii adeemsa isaanii itti fufu!
🔹️ Adeemsi inni sirrii fi guddinaaf ta’u, galma qajeelaa nama geessisu isa kami jedhanii itti yaaduun barbaachisaa dha.
🔹️ Kophaa kee hin fiigin!
Namoota dandeettii adda addaa qaban walitti fiduun mul’ata kee ijaari!
🔹️ Yeroo kee waan hin barbaachifnee fi humna si buusu irratti hin fixin!

This is there now read the end

↪️A PERSON WHO MAKES A CHANGE!

➲ A change maker is someone who has a vision of growth and calls people in the direction of success and takes care of his followers and leads them to be kind.

➲️ A person without vision is one who stands by the side of the direction he is going to walk and the path is bought, ignorant of the situation and the method.

↪️WHAT IS VISION?

⁃️ It is a positive attitude.
⁃️ Having a straight focus.
⁃️ Decision and determination.
⁃️ Standing where or where they are today and seeing where they should reach tomorrow.

Understand!
↪️ Some people go about their business saying that unnecessary things are my vision!
🔹️ It is important to think about which is the right process for growth, which leads to the right goal.
🔹️ Don’t run alone!
Build your vision by bringing together people with different talents!
🔹️ Don’t waste your time on unnecessary and energy-draining things!

Application kunnooti amumaa bufaadha itti Fayyadama👇🏾

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.apputils.wifiqrcode

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *