Read and Understand it’s a wonderful statement

download this app link is at the bottom of this post Read and Understand it’s a wonderful statement

➲ ️Intelligent people are not afraid to forgive for the sake of peace.
➲ But weak people do not know the meaning of peace and therefore do not know how to forgive.
➲ ️Don’t worry about what anyone says to you!
➲ But be careful not to do anything wrong!
➲ ️Don’t try too hard to explain yourself!
➲ Live as you understand, not as someone understands you.
➲ ️Your identity is not measured by the estimates people give you.
➲ Your identity is only in you.
➲ Because we quickly became discouraged, we abandoned many great goals.
➲ You may be alone.
➲ It may be difficult for someone to stand by you and show you the way.
➲ Repeated stumbling may seem like a failure and you may become desperate.
➲ It can make you sad how long you have been on the road.
➲ You may become anxious thinking that it will not pass.
➲ I have advice for you. Yes, I advise.
➲ Keep trying!
➲ Try, try, try, try again!
➲ Never never never give up!
➲ Life asks you to be Generous.
➲ Believe me, if you don’t try again and again, you will not reach your goal.
➲ There is no goal you can achieve without paying the price.
➲ Know in advance that your goal will always require you to pay a price.
➲ There is a fall; there is still a fall; there is still a fall.
➲ And after many failures there is victory. Yes, there is.
➲ Once you fall and give up, you will never win. This is a natural process.

️What Abraham Lincoln Said:-
⁃ Stick to your goal!
⁃ Just because you don’t succeed today doesn’t mean you won’t succeed tomorrow!
⁃ If not today, it will be tomorrow!
⁃ If it doesn’t suit you today, it will suit you tomorrow!
⁃ If you fall today, you will win tomorrow!
⁃ If you don’t get what you want today, you will get it tomorrow.
⁃ Tomorrow is another day.
⁃ You don’t know what he’s going to bring you.

Dubbisii Hubadhu
➲ Namoonni hubatoon nagaaf jedhanii dhiifama gochuu hin sodaatan.
➲ Namoonni dadhaboonni garuu hiika nagaa waan hin beekneef dhiifama gochuu hin beekan.
➲ ️Namni waan siin jedhutti hin dhiphatin!
➲ Waan hamaa akka hin gooneef garuu of eeggadhu!
➲ ️Anummaa kee hubachiisuuf baay’ee hin yaaliin!
➲ Namni akka si hubate osoo hin taane ati akka siif gale, akka si gammachiisutti jiraadhu.
➲ ️Eenyummaan kee kan madaalamu tilmaama namoonni siif kennaniin miti.
➲ Eenyummaan kee si keessa qofadha.
➲ Dafnee abdii kutachuu keenya irraa kan ka’e kaayyoo gurguddaa baay’ee karaatti ganne.
➲ Qofaa ta’uu malta.
➲ Namni si bira dhaabatee kallattii si argisiisu dhibuu danda’a.
➲ Deddeebitee mucucaachuun kufaatii sitti fakkaatee abdii kutatte ta’a.
➲ Yeroo dheeraa ati karaa irra turte si gaddisiisuu danda’a.
➲ Waan hin dabarre sitti fakkaatee dhiphaachuu dandeessa.
➲ Gorsan siif qaba. Eeyyee gorsa.
➲ Ittuma fufii yaali!
➲ Yaalii, yaalii, yaali, ammas yaali!
➲ Matumaa matumaa matumaa abdii hin kutatin!
➲ Jireenyi Gara-bal’ina si gaafatti.
➲ Garaa bal’attee irra deddeebitee hin yaaltu taanaan na amani galma kee hin geessu.
➲ Gatii osoo itti hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiru.
➲ Yoom iyyuu kaayyoon kee gatii baasuu akka si gaafatu dursii beeki.
➲ Kufuun jira; ammas kufuun jira; amma illee kufuun jira.
➲ Kufaatii hedduu booda immoo mo’achuun ni jira. Eeyyee ni jira.
➲ Si’a tokko kuftee abdii kuttee dhiistee deemta taanaan yoom iyyuu hin mo’attu. Kun immoo adeemsuma uumamaati.

️Abrahaam Liinken Maal Jedhe:-
⁃ Kaayyoo keetti cichi!
⁃ Har’a hin milkoofne jechuun bor hin milkooftu jechuu miti!
⁃ Har’a yoo hin taane bor ni ta’a!
⁃ Har’a yoo hin mijanne bor ni mijata!
⁃ Har’a yoo kufte bor ni mo’atta!
⁃ Har’a waan barbaaddu argachuu yoo baatte bor ni argatta.
⁃ Bor guyyaa birooti.
⁃ Waan inni qabatee siif dhufu hin beektu.

➦ Eeyyee eeyyee dhugaa hin beektu bor guyyaa birooti.

➦ Yes, yes, you don’t know the truth, tomorrow is another day. download this app link is at the bottom of this post 👇🏾

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.saiuniversalbookstore.EnglishStories

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *