Kaleessii kee har’aa kee akka hin balleessine:Dhugaadha!

Mana keessa hojaatan keessatti osoo isin hin beekin camera dhoksaani ka’aani akka isin waraabuu kan godhan karaa ittin arguu dandeessa app kana buufaadha itti Fayyadama link isa barreeffama kana jala jira 👇🏾

“DHUGAADHA!
Namichuma tokkotu
Yakka Cimaa hojjetee
Badiisaa dhokfachuuf
Deemee huccuu bitatee
Jijjiiratee baanaan
Inni kaan rifatee
Inni beeku beekaa
Kaan Wallaalchifatee
Fuullisaa Isumaa
Mataansaa Isumaa
Jireenyisaa Isumaa
Maqaan Namichumaa
Isin hin joonjessin
Jijjiiramni Kansaa
Tokkittii Huccuumaa

Huccuu jijjiirrateef
Of hin jijjiirratuu
Fuulasaa Ilaalaamee
Uffannaa maal gootuu?
Yaa Namicha nanaa
Jalqabas si beeknaa
Sichis si hin wallaalluu
Ati Isuma Sanaam
Eenyuyyuu sin haaluu

Dabni Ati hojjettee
Huccuun sii hin dhokatuu
Jijjiirama Uffannaa
Eenyuyyuu hin fudhatuu
Sagal hin hunkurin
Faltus Jalaa hin baatuu
Mee nutti hin Iyyinaa
Dhugaa jiru hin haalluu
ODP/OPDO n har’aa kunoo
OPDO duraarraa
Tasa wal hin caaluu!!!!!

“Hin sobda” Kan jettanis nii jirtu nan beeka,
Kan immoo dhugaama jiru dubbattanii “Dhaagaadha” Jettanii Akkakoo karaa keessaa ykn Inbox lolamaa Ooltanis nii jirtu nan beeka, Maal beekuu qabdu beektuu? Warri Gaafa Isin Maxxansa dhugaa tokko maxxansitan Ykn karaa Inbox ykn immoo karaa Comment Arraba Isaanii Sheengiyaa godhatanii Isinitti dhufan DHEENGADDA EENYUUN AKKA TURAN, KALEESSA EENYUUN AKKA TAA’AN, HAR’AMMOO EENYUUN AKKA FAKKAATAN, BORIMMOO EENYUUN TA’UUF AKKA DEEMAN hubadhaatii dhiisaa Adaraa Waaqayyoo, Oromummaa dhugaan Isin keessaa Iyyuu…

●》 Kaleessii kee har’aa kee akka hin balleessine, akka hin boreessine yoo barbaade, har’aa kee akka miidhaguu, boruun kee akka milkaa’uu, abjuun akka dhugoomu yoo barbaade..
=》kaleessa kee waliin nagaa qabaadhuu.
=》godaannisa jireenya kaleessii kee siif kennee dagadhuu
=》 miidhamaa kees hiraanfadhuu
=》kan sitti balleesseef Dhiifama godhii, ofii kee fi keessa keef Dhiifama godhii…

●》nammoonni waa’ee kee maal akka yaadan dhimmaa hin qabatiin sababnisaas
=》Jireenya kee keessatti namoonnii waa’ee kee maal akka yaadan osoo hin taanee ati waa’ee kee fi jireenya maal akka yaadatu murteessaadha..

《》Yeroo hunda ofitti keetitii tola olii..
《》Yeroo hunda gocha kee, jechoota kee, Deemsaa kee eeggadhuu
《》Yeroo Yeroo hunda nama fi ofii keetii waan gaarii yaadii, waan gaarii dubbadhu.
《》 Yeroo hunda eebba kee lakkaa’i, waan dhabdee caala waan qabduutti galateefadhu ..
《》Yeroo hunda akka gaariiti of ilaali, ofii kee fi namaf ilaalcha gaarii qabaadhuu
《》Yeroo hunda ofii kee fi nama biroo kabaji
《》Yeroo hunda ofii kee dursaa gatii kennii, sirritti of maadaalii, sirritti of ilaali.

《》Yeroo hunda ofii keef jiraadhuu, eenyumaa keef jiraadhuu
《》Yeroo hunda ofitti gammadii, gammachuu keef jiraadhuu
《》Yeroo hunda of fooyyeessi, ofii kee irratti xiyyeefadhu, of jijjiirii.
《》Yeroo hunda ofii keetti obsii.
《》waa hunda caala waaqa kee irra abdii hin kutatanii.
Application kunooti buufadhaa itti fayyadama

https://play.google.com/store/apps/details?id=hiddencamdetector.futureapps.com.hiddencamdetector

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *