Bilbilaa harkaa qabduun manuma keeti hojii online hojaate bakka mul’ataa kee gahu dandassa!

Application qarshii gaarii sif hojaachuu danda’uu link asi gaddii xuquun bufaadhu itti fayyadamii

Hojii kamittiyyuu milka’uuf obsaa qabachuu, irraa deddebi’iin yaaluudhan kana dadhabee jettee abdii kutee hin ta’ii carraa argameeti fayyadamii carraa kunni si darbee tanan guyyaa boruu gabbiitu dhufaa.

JAJJABAADHU HADHOO KOO!
“Har’a irra dhaabadhuu galma/milkaa’ina borii keessatti of ilaali!”

➲ Bariin ganamaa dhiha galgalaa keessaa madda.
Yoo hin dhihiin wayi bari’aaree? Erga galgalaa’ee halkan citee fulla’ee bariin dhufee bakka qabata. Dukkanni ifaaf bakka gadi lakkisee bada. Nutis hirriiba keenya irraa dammaqna. Osoo hin rafin dammaquun hin jiraatu.
➛ Osoo hin kolfin boo’uun,
➛ Osoo hin kufin ka’uunis hin jiru. Kun immoo hariiroo walxaxaa uumamni walii isaa waliin qabu (natural relationship with nature) yoo ta’u, deemsa kana hubachuun immoo dhalli namaa gartokkee fedhii isaatiin fiiguu dhiisee waltajjii fiixee lameeniirra yoo taa’e murtoo kennuuf itti tola.
➛ Namni hin gaddine tasumayyuu hin gammadu,
➛ Namni hin aarre tasumayyuu hin tasgabbaa’u.
Dhalli namaa garuu dhugaa kana hubachuun gaafa itti cimu,
➛ Inni boo’u boo’ichi isaa bor gammachuu akka qabu yaaduu caala boo’icha isaa itti fufeera.
➛ Inni kolfu boru boo’uu akka danda’u hin beeku,
➛ Inni utaalu boru okkoluu akka danda’u hin beeku,
➛ Inni jiraatu boru akka du’u,
➛ Gammachuu keessa gaddi,
➛ Rakkina keessa qananiin,
➛ Argachuu keessa dhabuun akka jiru hin hubatu!!!

➲ Gammachuu fi gaddi qaama walfakkaatoo fuula garaagaraa akka ta’an waan hin hubanneef yeroo hundumaa gammadee
jiraachuu hawwa. Gaafa gammachuun isaa gaddaan bakka bu’u immoo gadda isaa irraa dandamachuuf ni rakkata.

Miidhamni namatti dhufee hin beekne sitti hin dhufu! Yeroo hundumaa haala kamiyyuu keessatti moo’ichaan darbuuf dammaqaa ta’i!
Application kunnooti amumaa bufaadhu hojii jalqabii👇🏾

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gameeapp.android.app

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *