Tolee si jechiifachuuf jedheni

Tulluu sobaa hin dhiphinii

Mudannoo koo waggaa darbeeti
Mucaa tokko karaa fb kana akkumaa nama tokko wal baree innis nama gooftaa waan ta’eef jajjabadhu nan jedha sagalee waaqayyoo bareesse naf ergaa osumaa akkasitti jiru guyyaa tokko dhigaa yesusin si qabe jedhe?
anis baay’ee rifaadhe maal jechuudha jedhen?

Gaafiin si gaafadhu Tolee jedhi naf deebisii jedhe ani moo summaa gammachisuuf moo Tolee dhugaati jenan tolee isaa sirritti adaraa gooftaa yesus nan jedhe?

Dubbiin jabduudha jedhe duraa nati himii yoon jedhun sijaalladhe si fudhaa jireenyaa boruuf jedhe!
Kanumaa gaafiin kee jenan eeyyeen nan jedhe achumaa lakkii dhigaa yesus bitamun koo sirridha dhigaa isatti amanu koos sirridhumaa garuu dhigaa yesusn borcaa hin borchuu dhignii yesus kan itti qoofamu miti jedhen waan Baay’ee isa gorsuus Mira keessaa galee waan Baay’ee dubbatee dhumarraa ani haalaa keef sinboo keetu na boji’ee malee hojaata mootummaati nan jedhe?
Anis hojaatu mootummaa waaqayyooti jedheni kamtuu caalaa jenan aree block nan godhe torbee booda dhufee dhiifama na gaafate ani duraas ofumaa ofin loltee ofin odee malee anani miti ani waa’ee keetu quba hin qabu jabaadhu jedhen.

Achin fb kanan dhufee add na godhe deebiseef nama bira na se’ee malee na baree yeroo darbee waa’ee YouTube monetization dubbanan karaa keessaa dhufee maal naf sirreessi jedhe ok rakkoo hin qabu 4000 kafaliin jedhen keessa naf lalii hin qabu jedhe anis maali ati hojaata mootummaa miti jedhe innis dhugaadha qarshiin ani argadhu kirayyii mana keessa basee qonqoo koo irraa hin haftuu nan jedhe!

Anis maali osoon fudhe mana akka barbadeeti bulchaa hin jene jedheni namni waan dubbatu hin dagatuu baay’ee rifaate ati eenyuudha nan jedhe?

Maal isini jechuu barbadee waan hin qabneni nan qabna hin jedhina
Akkumaa argachuu jiru dhabuun jira nama hin tufatina of kabajaa yoo of kabajaan nama kabajuu hojii hin tufatina yoo jabaatani hojaatan xiqaa irraa gara guddaa dhuftuu malee takkuman kataani guddaa bira hin geessan

Shamaraan biyya arabaa warqiidha gaatii guddaa qabna yoo gaatii ofif lataane warra afaan duwwaan jira ofin jedhan waliin dandii milka’umsaa kee hin digini Tolee nabsee

Ani eebbaaf nama dhibuu eebbaa na barbadaa
Ani iddoof nama dhibuu iddoo na barbadaa

Mat 7/7 dubbifadha hojirraa oolchaa

One thought on “Tolee si jechiifachuuf jedheni

  • April 7, 2022 at 3:01 pm
    Permalink

    “Shammaraan biyyaa araba warqidha”

    Biyya araba malt Jira? Qarshi,
    Biyya araba malti Jira? Saba Waaqayyoon hin beekne Jira.

    Biyyi warqii, biyya saba Waaqayyooti, biyya keenya, Ethiopia.

    Reply

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *