If You Plant Some Seed That Will Grow With!

Sooressa ta’uun carraa tuffachuudhaan waan Argamu sitti Fakkataa?Duroomuun Carraa dhufe hundatti Fayyadamuudhaanii malee, tuffii fi shakkiidhaan sooramni hin jiru. Hin argamus. Na amani, Appii bilbila kee irra jiru qofa fayyadamuun online irraa maalla*qa guddaa karaa ittiin dalagamu liinkii asii gadi tuquun erga keessa seentanii booda appii isaa iddoo install jedhu tuquun buufadhaa carraa kanatti fayyadamaa.

Aramaan hin dhaabamu Garuu ni biqila!

Sanyii wayii yoo Dhaabde Kan Isa faana Biqilu Aramatu Jira!
waan Nama Dhibu ammo Aramaan Biqila ATI Guddisuuf Dhaabde caala Dafee Guddachuu jalqaba!

  Aramaa yoo Hundeen Buqqisuu dhiiste walakkatti murte Torbee Tokko booda bakkasatti Deebi’a!
Aramaadhaaf yoo yeroo laatte Maybe Biqilaa barbaaddu sanayyu Dhaabuu Dandeessa! Aramaan yeroo itti Aramamuu Qabu Qaba yeroo isaarra Darbuu hin Qabu.

Hundeedhaan Aramaa Buqqisuu n Akka Isa walakkatti kutanii sana hin salphatu Dadhabbii Qaba ,bukkee gahuu barbaada!  Walakkatti muruun Fala yeroo gabaabati Hundeedhaan Buqqisuun Garuu Furmaata yeroo dheerati!

Karaanni Seexanni itti Gargaaramu tokko Akka aramaa Isa walakkatti murame sanatti!   Namni Jireenya Isaa Keessatti Amma Qofa/har’a Qofa ilaalee Akka Namni murteessu Godha.

Rakkina yeroo muraasaf seexanni Namni Akka Of+ajjeesu Godha!  Har’umaaf,Ammaaf Furmaata jedhee yaada kana Namaaf Kenna! Bor Guyyaa Kan biraatu dhufe,Namichi inni Rakkina yeroo danda’u Dadhabe murtooma Har’aaf tahu fudhate Garuu hin jiru!

Nama Furmaata yeroo Dheeraa kaa’atu ta’uu Qabna malee Namoota Furmaata yeroo Gabaabaa jaallatan ta’uu hin Qabnu!
Furmaatni Har’umaaf jennee goonu Rakkina yeroo dheeraaf fala Yeroo Gabaabaa Kenna!

furmaatni yeroo Gabaabaa Rakkina yeroo dheeraaf Nama Qopheesse!
Furmaatni yeroo Dheeraa ammoo Furmaata yeroo dheeraaf Nama Qopheessa!

Nuti Dargaggootni ammoo Waanuma Har’aa Jaallanna! Yeroo baayyee Nuti Rakkina yeroo Dheeraaf fala Yeroo dheeraa osoo hin taane Waanuma ammaaf ta’u murteessu jaallanna.
Gabaabsanii milkaa’u, Gabaabsanii waa Argachuu!

Gabaabsanii,Gabaabsanii ,Gabaabatti waanti jedhu Garuu yaaduma Namaa Keessa Jira malee Qabatamattti waan Addunyaa nuti irra jiraatnu kanarratti waan Nama Gargaaruu miti!

Fakkenyaf Muka Guddaa tokko yoo yaabuu yoo barbaadde faanni Kee jalqaba lafumarra jalqaba malee karaan Gabaaban ATI itti Muka kana yaabdu ykn irratti olbaatu hin jiru!
Kanaaf Kan warri Adiin there Is no Short cut to the palm tree Kan isaan jedhaniif!

Waaqayyo Har’umaaf,Ammumaaf Gabaabatti  Waan jedhurra nu haa fayyisu

   Waaqayyo Gooftaan Bara Keessan haa Eebbisu!
Application kunooti iddoo Install jedhu xuqaa buufadhaa itti fayyadama

               INSTALL

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *