Amaloota Namoota Rakkoo Aarii Qaban

Logo YouTubef ta’uu akkasuma tiktok ta’uu bareedaa hojjachuuf appy ajaa’ibaa kana buufadhaa link isa barreeffama kana jala jira

Amaloota Namoota Rakkoo Aarii Qaban

↪️Mufannaa xiqqo obsuu dadhabuu (Low frustration tolerance) – Dubbi ykn rakkoo xiqqaa obsuu hin danda’an dafanii aaruu. Kanaaf waan xiqqoo guddaa gudhani mana isaani, lafa hojii fi lafa jiraan hundaa jeequu.

↪️Faraduu fi qeequu (Judgmental and Critical reactions) – Ala tokko tokko yeroo wanti baay’een karaa gad dhiisuu faraduu fi qeequu dandeessa ta’aa.

Garuu rakkoo aarii namooti qabani wanti hunduu akka yaada isaani ta’uu baanan firdii isa dhuma kennaa deemu. Waan isaan jedhani ala kan jiruu hundi baduu ykn diigamuu qaba. Yeroo hunda qeeqa deemu irraa kan ka’ee nagaaf gamachuu hinqaban waan ta’eef aariin isaani itti caala deeme dhukuba keessa isaan buusa.

↪️ Mudaa kan hin qabne (Perfectionism) – Wanti ati hojjettu guutu akka hintaanee yaadu dandeessa.

Garuu hojii hojjechaa jirtus ta’ee kan namooti biraan hojjettan hundi isaa dogoggora jettee hojii dhabsiisaa deemuun dhukuba guddadhaa. Namooti rakkoo aarii qaban kan isaanis ta’ee kan nama biraa wanti godhamu hunduu sirrii miti. Isaan yeroo hunda hirr’ina laka’uu waan ta’eef gonkuma nagaafi gammachuu argachuu hindanda’an. Biyya lafa kana irra hamma jirutti yaadi, beekumsi fi hojii keenya yeroo hunda hirr’uu dha.

Kanaaf waan hunda foyyeefachaa deemna. Namni guutuun biyya lafa kana irratti hinbabrbaachisuu. Hamma dhumaatti gara guututti guddachaa deemna malee guutu hintaanuu. Kanaaf mana keenya, lafa hojii keenyaa fi biyya keenya keessa rakkinni jiraata. Boris itti fufee jirataa. Tokko sireessa tokkoo immoo yeroo dhufu isaas sirreessa deemnna.

Namooti rakkoo aarii qaban garuu kan isaanis ta’ee kan nama biraa guutu ta’uu qabaa malee hirr’uu ta’uu hinqabu jedhani waan yaadanif naga dhabani naga nama dhowwuu. Hiiki isaa dhuga jiruu amanaani fudhachuu dhaan obsa baruu dha, akkasumas itti foyy’aa (improve) ofgochaa deemuu dha.
Application kunooti buufadhaa itti fayyadama

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.video.intro_design_art

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *