Nama dhimmu Hojii Isaa Qofa miti yaadi isaas dhimma baasa!

YouTube irratti hordoftoota baay’ee argachuuf thumbnail bareedaa barbaachisa isa gochuuf appy kana buufadhaa link isa barreeffama kana jala jira

Gaafa Bakka Jiraattutti Beekumsa Xiqqoo Qabduun Si’aa’aa taate Akkasumas Nama Qajeelfama Jireenyaa Qabu taatu Namootni Akka Atu isaan Dura Buutuuf Si filatu!   Kun Ammoo Sababii ATI Beekumsa baayyee Qabaattef Utuu Hin taanee Nama waan mataa isaati mayii baafachuuf dhimmmu waan taatefidha!

Namni Dhimmmu Waan harka Keessa Galfate Utuu hin taane Humna(Energy) ,Xiyyeeffannoo(Focus) yeroo irratti Dabarsaa Jiru Ulfinatti lakkaa’ata!
Sababni Wantootni Kun Hundumtuu Namni Kun waggoota Muraasa Booda Nama akkamii akkanni ta’u Murteessuu waan ta’aniif!

Namni Dhimmmu waayee yeroo Beeka!
Kana Jechuun Saatii Harkatti kaa’atee Deema Jechuu miti! Garuu wantootni Yeroo Akka Qaban Beeka!

Namni Dhimmmu Of+irratti Xiyyeeffata!
Namni Dhimmmu yeroo hundumaa karaa kamiin Akka Fooyya’ee argamuu danda’u yaada!

Namni Dhimmmu Mari’achuutti malee wacutti hin Amanu!
Nama Dhimmmu Bakka Hundumaatti Hin argattu!
Namni Dhimmmu waan mataa isaati irratti Xiyyeeffata!

Namni Dhimmmu Garee Keessatti hirmaata Garuu Jireenya Akka Gareetti jiraatamu hin Qabu!
Nama Garee Keessatti jabaa!
Dhuunfattis jabaadha!

“namni dhibaa’aan jabaatee wanta adamsu duukaa hin bu’u, namni dhimmee hojjetu garuu, wanta gati-jabeessa in argata;”
  Fak. 12

Bakka Jirru Hundumaatti Namoota dhimma taanee Akka Mootitti haa jiraatnu!
Namni Dhimmmu Bakka Deemuu Hundumaatti mootiidha! 
Work hard and become a leader; be lazy and never succeed. (Proverbs 12/24 TLB)

I refuse to be lazy!
  I’m Deligent and Hard worker!
Nama dhimmu Hojii Isaa Qofa miti yaadi isaas dhimma baasa!

Namni  Beekaa Akka ta’e,Jabaa Akka ta’e,Of+Tuulummaa Guddaa wallaalummaan Keessa guuteen Of Mullisu barbaada malee Kiristiyaana Akka ta’e Mullisuu hin barbaadu!

Let them Not see your Nike shoes,
Let them Not see Your American Jean’s,
Most us today we wear a shoe’s of 5000 birr but we don’t Even have Our own Bible! and you want to show your shoes on social media  taking photos by moving from One photo studio to another….. Incase you don’t even know why you’re doing such things!

Let them Not see you only on social media but also in Church!
Let them not see you following fashions, Instead you following Jesus
Let them see that you’re Christian!
Nama Waaqayyoo Ta’uun Nama wanta Qabuum Of+Danda’ee jiraatu biratti Bu’aa Guddaa Qaba..

Nama Waaqayyoo ta’uudhaaf Of Qopheessi……Nama Waaqayyoo ta’uudhaaf OF+QOPHEESSUUn Garuu wanta Baayyeedhaaf Nama Gargaara ,Jireenya ammaaf ..Isa Dhufuufis Abdiin isuma Keessa Jira!
1xim 4/6,8
Application kunooti itti fayyadama iddoo install jedhu xuqaa buufadhaa

INSTALL

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *