The Life We Couldn’t Live For Ourselves Today…

Ogeessonni Waan Godhan hundumaa dursaani beeku

Ogeessonni Waan Godhan hundumaa Waggoota Muraasa Booda Jireenya inni isaan Jiraachisu danda’u faana Ilaalu!

Har’i Kun Waggoota Muraasa Booda Waan yaadatamaniif si Dhukkubsu ,si Haa rakkisus malee Tasuma Dhibaa’ummadhaan Karaa biraa Hin filatiin Dubbiin Waaqayyoo sitti haa tolu!

  Karaa salphan jireenyuma salphaa kenna!  Namootni Har’a baayyee kabajnuuf isaan jaallannu Karaan Jireenya isaanii akkas hin turre!
  Kankoos Kan kees karaan Jireenya Keenyaa Ofii Keenya itti Gammaduu irra darbee  Carraa Namoota Bayyeedhan dhaggeeeffatamuuf Jaallatamuu Qaba!

Kanaafuu Murtoon nuti murteessinu , Jireenyi Nuti jiraatnu sana ilaalcha Keessa Kan Galche ta’uu Qaba!
  Jireenya Har’a Ofii Keenyaaf Jiraachuu hin dandeenye Boru Namootatti Dubbachuu Hin Dandeenyu!

Waan Hundumaa Keessatti Yaada Namaa,Deggersa Namaaf Mormuu Namaa Osoo hin taane ,Kan Nuti Mirkaneeffachuu Qabnu Hafuura ittiin Geggeeffamnee Dubbanneedha! Yookiin Ammoo Waanta Goone sana Hundumaa Gooneedha!
inni Guddaan Waaqayyo Wajjin walii Galuun Danda’u Waan ta’eef!

You see? Namni Dubbii Waaqayyo Dhaga’eef Qofa osoo hin taane Hafuura Waaqayyo Of+Keessa Hin Qabu taanan Dubbiinsaalle Dubbii Nama Cabsu ta’a! Qoosaadhaan Guutuu ta’a  sababiinsa,Dubbiinsa Jechootni Isaa waan Hafuuraa Of+Keessaa Hin qaban waan ta’eef!

ilaali Macaafni Qulqulluun akkas Jedha Namatti karaansaa hundumtuu Qulqulluu itti fakkaata jedha Waaqayyo Garuu Hafuura Namni ittiin Geggeeffamu Miijana Jedha!

MAAL Miijana??
  Haasa’a miti, Hojii Isaa miti Waanuma Tokkolle Miti Hafuura Isaa Miiijana jedha!

Then Hafuura Waaqayyo Kan Hin taane Garuu Kan Nama Dubbachiisuu Danda’u Jira jechuudha! Kan karaa Namaa haasa’achuu Danda’u Jira jechuudha!

Kanaafu Nama BEEKUU Caalayyu Hafuura inni ittiin Geggeeffamu Beekuun Guddaa Ayyaanomuudha Jechuudha!
  Sababnisa Hafuura Isaa Hin beektu taanan Gowwoomfanuun salphaadha!

Egaa waan si yaadachiisa Dubbii Phawulosiif siilasiin Himatatti Dhiyeeesse tokkotu Jira. H/Erg16 Keessatti !
  Dubartiin tokko Phawulosiin siilas Duuba Buutee Namootatti isaan Kun Hojjetoota Waaqayyo Abbaati,Karaa fayyinaa isinitti himu Jechaa Duuba isaanii buuti turte Phaawuloos Aaree jedha Macaafni Hafuuricha Keessaa ifate jedha Macaafni!

Agartee bravo, Eebbifami Hin jenne Phaawuloos hin Ifate achumaan hafuurichi Keessa Bahe jedha!  Maaliif Jecha iseen fayyadamtu waan isheeen Dubbachaa Jirtu miti Hafuura isheen ittiin Dubbachaa Jirtu Hubate waan ta’eef!

Yeroo tokko Yesuus Waayee Du’uuf Ka’u Isaa Bartoota Dubbata Ture, Pheexiroos Kun matumaa hin ta’u jedhe yesuusitti Dubbate, Yesuus Pheexiroosiin ifate Seexana nana ana Duraa turi ittiin Jedhe jedha Macaafni. 

Dhugumatti pheexiroos Seexana Ta’e !  No! Garuu Ajandaa Waaqayyo Uumamuu Biyya lafaa Dura Qopheesse kana Dura dhaabbachuuf, Jechoota kana provide Godhaa Kan Jiru seexanadha!

Egaa Hafuurri Qulqulluun waan Dhokataa kana Nu Hubachiisaa ! Application kana bufaadha Itti fayyadama iddoo install jedhu xuqaa

INSTALL

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *